Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu biyyattiitti babal’ataa jira – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu biyyattiitti babal’ataa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii Godina Wallagga Bahaa Ganda Madda Jaalalaa daawwataniiru.

Misoomni Koriidarii Godina Wallagga Bahaa Ganda Madda Jaalalaatti hojjetame madda anniisaa ammayyaa, sirna Baayoo Gaazii,Mooraa Horii, kutaalee qulqullinaa fi iddoolee magarisaa kan hamate,akkasuma hawaasaaf jireenya waaraa fi mijataa kan uume ta’uu dubbatan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment