Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti hirmaatan ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan fiigichi gulaallii meetira kuma 5 har’a waaree booda sa’aatii 7:05 irraa jalqabee Atileetoota dubartootaa gidduutti fiiggama.
Atileet Birqee Hayyaloom, Faantaayee Balaayinaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Madinaa Isaan Itiyoophiyaa bakka bu’uun gulaallicharratti ni hirmaatu.
Akkasumas fiigichi gulaallii marsaa meetira 800 waaree booda sa’aatii 7:55 irratti dubartoota gidduutti kan fiiggamu yoo ta’u, sa’aatii 9:45 irraa jalqabee dhiiroota gidduutti dorgomama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.