Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Piriimeer liigii Itiyoophiyaa bara 2017 Madin Itiyoophiyaan wayita Finfinnee gahu deeggartoota isaan simannaa hoo’an taasifameef.
Kilabichi har’a Magaalaa Adaamaa gara Finfinnee kan gale yoo ta’u, daandiwwan guguddoo magaalaa Finfinneerra naanna’uun injifannoo isaa kabajeera.
Kilabichi yeroo jalqabaaf bara kana Shaampiyoonaa ta’uun ni yaadatama.
Mubaarik Faantaawutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.