Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe

Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe.

PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n Arsenaal injifachuun falmii xumuraaf darbeera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment