Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa galchii 4 fi 1’n injifate.

Daawiit Kaasaan daqiiqaa 11ffaa, 16ffaa fi 53ffarratti galchiiwwan 3 Itiyoophiyaaf galcheera.

Iniyew Silashiin galchii tokko galcheera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii (Jeedaloonni Diimtuun) Sanbata darbe gita isaanii Ruwaandaa galchii 2fi 0’n injifachuun kan yaadatamuudha.

Itiyoophiyaan ramaddii ‘A’ jalatti biyyoota akka; Soomaaliyaa, Keeniyaa, Ruwaandaa fi Sudaan Kibbaa Waliin ramadamte.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment