Itiyoophiyaan Konfiraansiin hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjette – Ministeera Dhimma Alaa Read more
Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf hojiilee Itiyoophiyaan hojjechaa jirtu Addunyaan deeggaru qaba- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Read more
Miidhaginni uumamaa Haroo Basaqaa ifa ba’e bu’aa cichoominaa fi tarkaanfii kaayyoorraa maddeeti-Pir. Shimallis Abdiisaa Read more
‘Mandarri Beenuunaa’ haala rakkisaa dandamachuun tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamuuf muuxannoo irraa baratamuudha-Dooktar Abiy Ahimad Read more
Mootummaan jijjiiramaa wabii nyaataa mirkaneessuu qofa osoo hintaane, rakkoo caasaa dinagdee furuuf humni guddaan qonna ta’uu hubachuun hojjiitti gale – Pir. Shimallis Abdiisaa Read more
Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Faayidaa biyyaalessa Itiyoophiyaa eegsisuuf ga’umsa olaanaa qaba- Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa Read more