Tarsiimoon misoomaa kamuu, hirmaannaa ummataa dhugoomsuuf aadaafi duudhaa ummatichaa irraa waraabamuu akka qabu ifatti mul’ise – Pir. Shimallis Read more
Ayyaanni Masqalaa ayyaana Dachee rooba gannaan dhoqqoofte qoorsee, biiftuu hurriin haguugamte saaqee riqicha ta’ee Ganna irraa Birraatti ceesisuudha – Pir. Shimallis Read more
Sirni Gubaa Masqalaa fi Mawulidni nagaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifameera-Humna Waloo Read more
Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan Read more