Jiraattonni Naannoo Oromiyaa iddoowwan gara garaatti gocha murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwate hiriira nagayaa bahuun balaaleeffataa jiru Read more
Dooktar Muluu Naggaa hojii raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun muudaman Read more
Obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa idila addumyaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’an Read more
Manni Maree Ministirootaa dambii hojiirra oolmaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’e raawwachiisuuf ba’e raggaasiise Read more
Raadiyoo qunnamtii ajaja Kaabaa butuun kan shakkaman ajajoonni jenaraalaa 7 mana murtiitti dhiyaataniiru Read more
Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala oolan Read more
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan biyyoota yaa’a laga Naayilitti walitti qabaa Mana Maree Ministiroota haroowwan biyyoota Ikuwaatooriiyaalii ta’uun filataman Read more
Manni marichaa Dooktar Dabratshiyoon Gabramikaa’el dabalatee namoota biroo mirga himatamuu dhabuu kaase Read more