Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise Read more
Mootummaan taatee naannoo daangaa Ityoo -Sudaanitti milishaa waliin uumame itti dhiheenyan hordofaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Read more
Dooktar Abiy preezdaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon fayyummaa garii fi ariitiin akka dandamatan hawwan Read more
Obbo Jawaar Mahaammadfaa dhaddachi dhiyeenyatti dhimma keenya nuuf haa ilaalu jechuun gaaffi dhiyeessan kufaa ta’e Read more
Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu boru ni eegalama Read more
Hidha Haaromsaa irratti giddu seentummaa Gamtaa Afrikaan mariin eegalee akka jalqabuuf waliigalteerra ga’ame Read more
Magaalaa Finfinneetti lafti kaaree meetirri miiliyoonni 13 ol karaa seeraan alaan weerarameera- Aadde Adaanach Abeebee Read more