Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafamu Godina Shawaa Lixaatti ooyruu boqqoolloo kilaastaraan misoome daawwachaa jira Read more
Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat gidduugaltummaa Gamtaa Afrikaan kan gaggeeffamu marii hidha haaromsaarratti gammachuu qabaachuu ibsan Read more
Biyyoonni sadeen guyyoota 7f kan turu waliigaltee sadeenii gaggeessuf adeemsa fuula duraa fi dabaree yeroo irratti waliigaluun ibsame Read more
Preezdaanti Tiraamp ergaa isaan Hidha Haaromsaarratti dabarsan fudhatama hin qabu – Preezdaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis Read more
Jilli preezdaanti Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Hidhabuu Abooteetti xaafii kilaastaraan faca’ee daawwate Read more
Dura taa’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Hidha haaromsaarratti carraaqqii biyyoonni sadeen gara waliigalteetti dhufuuf taasisaan akka deeggaru beeksise Read more
Obbo Xilaahuun Geetaachew hidha umrii guutuun itti yoo murtaa’u, warren hafan adabbii hidhaa waggaa 5 hanga waggaa 23 akka adabaman murtaa’e Read more
Preezdaanti Shimallis boqachuu Dooktara kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibsan Read more
Ityoophiyaatti baankoonni 18 mata duree ‘kophee tokko barataa tokkoof’ jedhuun deeggarsa Birrii miiliyoona 35 ol taasisan Read more