Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa dhimmota tibbana naannichatti mudatan gamaaggamaa jirachuu ibsame Read more
Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 552 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 15 ammoo lubbuun darbaniiru Read more
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad galii gurgurtaa Kitaaba Ida’amuurraa argame ijaarsa manneen barnootaaf akka oolu arjooman Read more
Ityoophiyaata namoota hanga ammaatti vaayrasii koroonaan qabaman keessa %67 baatii Adoolessaa keessaa kanneen qabaman ta’uu ibsame Read more
Shakkamaan yakka ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaan shakkamee to’annoo jala oole yakkicha raawwachuu amane Read more
Manni murtichaa obbo Jawaar fi Baqqalaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman 14 irratti ragaaleen akka dhaga’aman ajeja dabarse Read more
Ganna kana dareewwan barnootaa dabalataa 30,000 ijaarramaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise Read more