Tapha gulaallii Waancaa CECAFA umrii waggaa 17 gadii Faanaa + siin

Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi Giddugaleessaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa Plus kallattiin tamsaasa.

Taphichi guyyaa boruu sa’aatii 10:00 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatama.

‎Tapha Waancaa Seekaafaa qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamu kanarratti biyyoonni Bahaa fi Giddugalessa Afrikaa 10 ni hirmaatu.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment