Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Tapha piriimerliigii Ingiliz torbee 23ffaan taphni har’a Arseenaal fi Maanchistar Yuunaayitid taphatan hawwii guddaan eegama.
Kilaboonni lameen taphoota shan darban waliin taphatan keessaa Arseenaal sadii yoo injifatu, tokkoon qixa bahuun tokko ammoo injifatameera.
Taphni haalaan eegamu kun har’a galgala sa’aatii 1:30 irraa eegalee istaadiyeemii Imreetisitti taphatama.
Kana malees tapha kana dursee sa’aatii 11:00 irraa eegalee Niwukaasil Yuunaayitid- Astoonviilaa, Kiristaal Paalaas- Cheelsii fi Bireentifoord- Nooteengahaam Foorset waliin ni taphatu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.