Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 16ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalaas waliin taphataman ni eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 jalqabee Kiristaal Paalaas – Maanchiister Siitii, Notingahaam Foorest – Tootenhaam, Sandarlaand – Niwuukaasiil, Weest Haam – Astoon Viilaa waliin yoo taphatan, galgala sa’aatii 1:30 jalqabee Bireentifoordi – Liidis Yuunaayitiid waliin morkata.
Wiixata halkan sa’aatii 5:00 eegalee morkiin Maanchiister Yuunaayitiid – Boornimaawuuz waliin taasisuus ni eegama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.