Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Baankiin Daldalaa Maqalee 70 Indaartaa waliin, Hadiyyaan ammoo Aarba Minci Waliin qixa bahaniiru.
Tapha har’a waaree booda taphatameen Midira Gannat Shireen Magaala Dirree Dhawaa galchii 2 fi 0’n injifateera.
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Maqee 70 Indaartaa waliin galchii 2 qixa baheera.
Akkasuma Hadiyyaa Hoosaa’inaan Aarbaa Minci waliin galchii 1 qixa xumure.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.