Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) – Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara kanaa ta’eera.
Tapha xumuraa Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Tootenhaam galchii 1 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun shaampiyoonaa ta’eera.
#Oromia #Ethiopia