Turtii isaaniin, pilaanii magaaloota, misooma waaraa fi pirojektiwwan Misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota biroo akkamitti jijjiiraa jIru, akkasumas bu’uuraaleen misoomaa daldalaa fi guddina diinagdee guutuu biyyaatittii guddisuuf faayidaan qaban gadii fageenyaan xiinxalamaniiru.
Bitootessa 15, 2018 galgala Sa’aatii 2:30 irratti dhiyaata.