Ugaandaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 63 darbe

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti mudateen lubbuun namoota 63 darbe.

Balichi daandii saffisaa guddciha Guuluu jedhamurratti ta’uu ibsame.

Awutoobisoonni faallaa walii imalaa turan lama walitti bu’uun balaa kana qaqqabsiisuu Poolisiin biyyattii ibseera.

Namoota lubbuun darban dabalataan balaan qaamaa cimaa fi salphaan imaltoota hedduurra qaqqabuu himeera.

Yoonaas Geetinnatiin

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment