Waa’ee Faanaa

Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin

Waldaan Aksiyoonaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin dhaabbata cimaa, Faanaa fi Waaltaan duraanii walitti makamuun hundeeffamedha.
Miidiyaa sagantaalee fi oduuwwan jiruu fi jireenya namaarratti xiyyeeffataniin dhiibbaa uumuu danda’e yoo ta’u, kanaanis dhaggeeffattoota, daawwattootaa fi hordoftoota hedduu horachuu danda’edha.
Filannoowwan Miidiyaa Diijitaalaa, Faanaa Teeleeviizyiinii fi Teeleeviizyiinii Faanaa Pilaas, Raadiyoo Biyyaalessaa, FM Finfinnee 98.1 fi FM Afdaneessaa 105.3, Jimmaa 98.1, Goondar 98.1, Dasee 96.0, Haramaayaa 94.8, Shaashamannee 103.4, Walaayittaa Sooddoo 99.9, Naqamtee 96.1, Dabra Birhaan 94.0, Asallaa 90.0 fi Miizaan Amaan 92.5niin qabiyyeewwan jaalatamoo fi filatamoo tamsaasuun miidiyaa dinqisiifannaa olaanaa goonfatedha.
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Afaan Amaaraa, Afaan Oromoo, Afaan Afaar, Afaan Tigree, Afaan Walaayittaa, Somaalii, Sidaamaa, Arabaa fi Afaan Ingilizii afaanoota tamsaasaa godhachuun miidiyaa badhaadhina diinagdee, hawaasummaa fi siyaasa Itiyoophiyaaf cichoominaan hojjetaa jiruudha.
Jaalatamummaa qabiyyee isaatin dabalata, muuxannoo qabuun miidiyaa ijaaruufi hundeessuu akkasumas leenjisuu fi gorsuun dhaabbata maqaa gaarii horatedha.
Itiyoophiyaa himna!

 

Filannoowwan Miidiyaa Hawaasaa Keenya Hordofuuf:-

Oduu Afaan Amaaraaf፡-
Yuutiyuubii: www.youtube.com/@fanamediacorporation
Feesbuukii : www.facebook.com/fanabroadcasting
Teelegiraama : t.me/fanatelevision
Marsariitii : www.fanamc.com
Tiiktookii: www.tiktok.com/@fana_television
Waatsaappii : www.whatsapp.com/channel/0029VbB0dRxG8l59MUkoWR29

Bashannana Afaan Amaaraaf፡-
Yuutiyuubii: www.youtube.com/@fanaentertainment1
Feesbuukii: www.facebook.com/wmccwaltamediaandcommunicationcorporate
Tiiktookii: www.tiktok.com/@fanamc_entertainment

Yuutiyuubii Poodkaastii: www.youtube.com/@fanamcPodcast

Afaan Oromoof፡-
Yuutiyuubii: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Teelegiraama: t.me/afanoromofana
Marsariitii: www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiiktookii: https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Afaan Tigreef፡-
Yuutiyuubii: www.youtube.com/@fmctigrigna
Feesbuukii: Www.facebook.com/tigrignafana
Marsariitii: www.fanamc.com/tigrigna
Teelegiraama: t.me/tigrignafana

Afaan Ingiliffaaf:-
Marsariitii: www.fanamc.com/english
Teelegiraama: t.me/FMCEnglish
Eksii (X): x.com/fanatelevision
Biluuskaayii: https://bsky.app/profile/fanamc.bsky.social
Feesbuukii: Www.facebook.com/FanaMCEnglish

Afaan Arabaaf:-
Yuutiyuubii: www.youtube.com/@fanaarabic
Marsariitii: www.fanamc.com/arabic
Eksii (X): x.com/fana_arabic
Feesbuukii: www.facebook.com/fanaarabic

Afaan Afaarif:-
Marsariitii: www.fanamc.com/afar
Feesbuukii: www.facebook.com/FanaQafarAfihExxa