Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee waliin, Angoolaan immoo Ijipti waliin taphatu.
Halkan sa’aatii 4:00 eegalee Moorookoon Zaambiyaan waliin Koomooroos Maalii wajjiin morkiin taasisan ni eegama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.