Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe

Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera.

Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0’n Cheelsii injifateera.

Arsenaal dhaqaa gala galchii 4 fi 2’n Cheelsii injifachuun tapha xumuraaf darbeera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment