Waancaa Kaaraabaa’oon morkii Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu…

Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin morkiin Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu ni eegama.

Tapha marsaa jalqabaan Maanchiister Siitiin galchii 2 fi 0’n Niwuukaasiil kan injifate yoo ta’u, gara Weembileeyitti imaluuf taphni deebii har’a taasisan xiyyeeffannoo argateera.

Shaampiyoonaan bara darbee Niwuukaasiil har’a falmii cimaa taasisaan eegama.

Kan har’a injifate waancaaf Arsenaal waliin kan morkatu ta’a.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment