Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe.
PSGn galchii 2 fi 0n Baayern Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf gahuu mirkaneeffateera.
Har’a halkan 5:00 eegalee falmiin Riyaal Maadiriid walakkaa xumuraaf darbuuf Boorishiyaa Doortimundi waliin taasisu eegame.
Cheelsiin fi Filuumiiniinseen walakkaa xumuraaf darbuun isaanii ni yaadatama
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.