Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’ii Idileen Mana Maree Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga’ichi dhimmoota biyyaalessaarratti mari’ataa tureera.
Dhimmoota biyyaalessaa fi Paartirratti bal’inaan mari’achuun kallattii fuulduraa kaa’uun xumurameera.
#Oromia #Ethiopia