Hariiroo Alaa fi Faayidaa Biyyaalessaa irratti falmii guddaa gaggeesseera.
Hirmaattonni :-
👉 Lammiilee Itiyoophiyaa Haqaa Hawaasummaaf
👉 Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaaf
👉 Paartii Badhaadhinaa
👉 Paartii Walabummaa fi Walqixxummaa
👉 Sochii Biyyaalessaa Amaaraa
Waltajjii Falmii Paartileen Siyaasaa filmaatawwan imaammataa qaban ittiin dhiyeessan kana irratti: Ulaa Galaanaa irraa hanga Abbayyaatti, Hariiroo biyyoota ollaa irraa hanga isaan Gurguddootti, toorri siyaasaa Gaanfa Afrikaa muddamni itti heddummate keessatti hordofamuu qabu, dhimmootni keessoo faayidaa biyyaalessaa murteessan dhiyaataniiru.
Falmii cimaa kana har’a galgala filmaatawwan Faanaa Midiyaa Korporeeshin hundaan:-
👉 Televizyinaan
👉 Raadiyoon
👉 Filmaatawwan Dijitaalaan nu eegaa!