Paartileen falmiirratti hirmaatan
1.Paartii Badhaadhinaa,
2. Adda Bilisummaa Oromoo,
3.Paartii Bilisummaa fi Walqixxummaa,
4.Paartii Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaa fi
5.Paartii Sochii Biyyooleessaa Uummata Amaaraati.
Falmiin paartilee kanneen gidduutti taasifame Teelevizyiinii Faanaa fi filmaatawwan Miidiyaa hawaasaa biroorratti tibbana isiniif dhiyaata.