Wudib Waladoo Tigraay beekamtii Paartii Siyaasaa argate

Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Paartii Siyaasaa Wudib Waladoo Tigraay (Dhaloota Tgiraay)’f beekamtii seeraa kenneera.
Boordichi Paartii Dhaloota Tigraayiif beekamtii mirkaneessa Paartii siyaasaa kenneera.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa aangoo seeraan kennameef bu’uura godhachuun Sadaasa 5, 2018 Waladoo Tigraayiif seera qabeessummaa Paartii Siyaasaa naannoo mirkaneessefiira.
Comments (0)
Add Comment