Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Yaa’iin Biyyaalessaa 2ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaan naannoo Hararii gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi hojiilee dameewwan aadaa, seenaa, eegumsa hambaalee, barnootaa fi afaaniin hojjetaman ni gamaaggamaan eegama.
Hambaa Idil Addunyaa Jaguul keessaa fi alatti hojiilee hedduun hojjetamuu Af Yaa’iin mana marichaa Muhiddiihin Ahimad dubbataniiru.
Hambaalee eeguun dhalootaaf dabarsuurratti caalmaatti hojjetamuu akka qabu dubbatan.
Yaa’icha gabaasa raawwii hojii bara 2017 fi karoora bara 2018 dhiyaatu dhaggeeffachuun ni raggaasisaan eegama.
Tasfaayee Hayiluutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.