Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome.
Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2’n injifatamuu hordofee kilabichaan gargar bahuutu eerame.
Ga’eessi umrii waggaa 44 leenjisaa Yaavii Aloonsoon kilabichaan gargar bahuu hordofee taphataa sarara ittisaa duraanii Liiverpuulii Alvaaroo Aarbeeyoolaan leenjisaa haaraa ta’anii bakka bu’uu jedhamuu ‘The Athleetics’ gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.