Yeroon galmee kaadhimamtootaa dheerate

Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Yeroon galmee kaadhimamtoota Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hanga Guraandhala 16, 2018tti dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa beeksise.

Galmee kaadhimamtootaa Amajjii 1, 2018 eegalee gaggeeffamaa turus sababoota adda addaan yeroo kenname keessatti galmee kaadhimamtootaa xumuruun kan hin danda’amne ta’uu waltajjiiwwan gaggeeffamaa turerratti gaaffiin dhiyeeteera.

Boordichis Sababoota dhiyaatan tilmaama keessa galchuun yeroon galmee Guraandhala 1, 2018 xumuramuuf ture hanga Guraandhala 16, 2018tti akka dheeratu taasisuu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment