Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ogummaa fi gulantaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 260 eebbisiiseera.
Barattoota gulantaa garagaraan sagantaa idilee fi Ekisteeshiiniin Kaampaasiwwan afur keessatti barsiisaa ture eebbiseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.