Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Yuuniversiitiin Walloo Barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 320 eebbisiise.
Eebbifamtoota keessaa 317 dubartoota ta’uun eerameera.
Barattoota kunneen keessaa % 80 qormaata ce’umsaa % 50 ol kan fidaniidha jedhame.
Isheetuu Waldamikaa’eeltu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.