Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota 998 eebbisise

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )-Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 998 guyyaa har’aa eebbisiseera.

Sirna eebbicharratti Ajaja Olaanaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Jeneraal Yilmaa Mardaasaa, Minisitiri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allebal, Ministir Deetaa Ministera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalanyi, Pireezidaantii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa Dooktar Guutaa Lammii fi qondaaltoonni olaanoo biroon argamaniiru.

Dooktar Iyyoob Takkaalinyi barattootaa fi maatii barattootaaf ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.10:34

Comments (0)
Add Comment