Adaamaa 3 – 3 Shaggar

Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphatameen Adaamaan Shaggar waliin qixa baheera.

Taphni morkii miidhagaa keessummeesse kun galchii 3 qixa xumurameera.

Tapha biroon Walaayittaa Diichaan galchii 2 fi 0’n Dirre Dhawaa injifateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment