Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi haaraa eegale bara 2026/27’n tokko jedhee daandii kan eegale shaampiyoonaan bara darbee Arsenaal, kilaba ol-guddataa Koveentirii Siitii 3 fi 0’n injifachuun imala isaa injifannoon saaqeera.
Kaay Haavert, Buukaayoo Saakaa fi Maartin Odeegaard warra galchiiwwan lakkoofsisanii dha.
Arsenaal injifannoon imala eegale xumurasaas ni milkeessa moo maal ta’inna laata?
#Oromia #Ethiopia