Godinaaleen 10 fi Aanaaleen addaa 6 naannoo ta’anii gurmaa’uuf Mana Maree Federeeshiniif gaaffii dhiyeessan Read more
Dhaabbileen lameen qorannoofi misooma namaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan Read more
Pirezidaant Saahilawarq Zawdeen lammiileen hawaasa miidhaman akka deeggaraniif waamicha dhiyeessan Read more
Naannichatti lammiileefi dhaabbilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 253 taasifame Read more
Barattoonniifi Barsiisonni mana barumsichaa lammiilee aanaa Shaallaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa mosee kuntaala 131 taasisan Read more
Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonnaa Arfaasaan misoomsuuf karoorfame keessaa hektaarri miiliyoonni 8 sanyiin uwwifameera-Ministeera Qonnaa Read more
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu ifoomse Read more
Jilli Aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu hoggansa Ministeera Dhimma Alaa Israa’eel waliin mari’ate Read more