Godinaaleen 10 fi Aanaaleen addaa 6 naannoo ta’anii gurmaa’uuf Mana Maree Federeeshiniif gaaffii…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Naannoo Kibbaatti Godinaaleen 10 fi Aanaaleen Addaa 6 naannootti gurmaa’uuf guyyaa har’aa gaaffii isaanii Mana Maree Federeeshiniif dhiyeessaniiru.…