Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan namoota sagalee laachuuf galmaa’an keessaa % 92 sagalee laachuun xumurameera Read more
Iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu ta’uu ibsame Read more
Magaalaa Adaamaa buufataalee tokko tokkotti adeemsi filannoo laachuu akkuma itti fufetti jira Read more
Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu humni eeggataan Afrikaa Bahaa hime Read more
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abbayyii Coommaniti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira Read more
Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame Read more