Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti sagalee lakkaa’uun eegalame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti naannoo filannoo 2 buufata filannoo ogummaaf teeknikaa 01 ganda Shiroo Meedaatti filannoon marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan namoota sagalee laachuuf galmaa’an keessaa % 92… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaattii filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa oole xumuramuu ibsameera. Buufatalee filannoo garagaraatti adeemsi…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa xumuramuu himameera Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa rakkoo tokko malee xumuramuu ibsameera. Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Oduu biyya keessaa Iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalesaa iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaa buufataalee tokko tokkotti adeemsi filannoo laachuu akkuma itti fufetti jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaa buufataalee tokko tokkotti adeemsi filannoo laachuu akkuma itti fufetti jiraachuu ibsameera. Magaalaa Adaamaa Kutaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu humni eeggataan Afrikaa… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu gareen Taajjabdootaa Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi sagalee laachuu hanga sa’aatii 3:00tti kan itti fufu ta’uu ibsame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa hanga sa’aatii 3:00tti kan itti fufu ta’uu Boordiin Filannoo biyyaalessaa beeksiise. Buufataalee…
Oduu biyya keessaa Obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Beenishanguul Gumuuz obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaniiru. Filannoo cinaatti biqiltuu dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abbayyii Coommaniti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti jiraattonni Aanaa Abbayyii Coomman filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeessaa jiraachuu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin…