Bulchiinsi magaalichaa tajaajiloota dhorkama dhimmoota lafaa fi lafaan walqabatan irra kaa’ee ture kaase Read more
Ijaarsaawwan dubartootaa magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birri miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90.8 ol taasisan Read more
Argannoo Oodiitiirratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu koreen dhaabbii yaadachiise Read more
Imbaasichi ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif haala yeroorratti ibsa laate Read more