Bulchiinsi magaalichaa tajaajiloota dhorkama dhimmoota lafaa fi lafaan walqabatan irra kaa’ee ture…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tajaajiloota dhorkama dhimmoota lafaa fi lafaan walqabatan irra kaa’ee ture Sadaasa 11, 2013 eegalee kaasuu…