Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii shaampiyoonaa waancaa addunyaa ta’e Read more
Eegaan Warraaqsa Iraan meeshaaleen elektirooniksii Peejar fi Wakii jedhaman hojiirra akka hin oolle dhorke Read more
Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiise Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera. Barattootni Kolleejjii BLTO mootummaa 6 keessatti baratan kumni 1 fi 2 fi kan kolleejjoota dhuunfaa13 keessatti baratan kumni1 fi 695 eebbifamaniiru. Leenjifamtootni kunneen gosa ogummaa 26 fi seektara leenjii jahaan leenji’uun eebbifamuu eerameera. Mootummaan ogummaa gabaarratti barbaadamanirratti xiyyeeffachuu lammiilee leenjisaa jiraachuu sirna eebbicharratti ibsameera. Jamaal Kadirootu gabaase. #Oromia #Ethiopia Read more
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan taphni Maanchiister Siitiin Arsenaal keessummeessu hawwiin eegama Read more
Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan ijaaraman fayyadamtotaaf dabarfaman Read more
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa bara 2017 kan kilaboota 19 walfalmisiisu har’a ifatti eegala Read more