Idil Addunyaa Hammaachuu rakkoo nageenyaa Somaaliyaa Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Magaalaa Guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Boombiin raawwatameen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame. Haleellaan kun miseensota qaamolee…
Oduu biyya keessaa Jilli olaanoo Chaayinaa kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Finfinnee gale Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Jilli bulchaa olaanaa Kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Shuu Kuuliin durfamu Finfinnee galeera. Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu…
Oduu biyya keessaa Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda… Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee…
Idil Addunyaa Somaaliilaand boru filannoo Pireezidaantummaa ni gaggeessiti Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Somaaliilaand boru yeroo 4ffaaf filannoo Pireezidaantummaa ni gaggeessiti jedhame. Taajjabdoonni filannoo idil addunnyaa adeemsa filannichaa taajjabuuf…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii magaalaa Harar caalmaatti naatoo qabeettii taasiseera – Dooktar Alamuu… Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Misoomni Koriidarii magaalaa Hararitti hojjetame magaalicha caalmaatti naatoo qabeettii fi hawwattuu taasisuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Fayyaa Daa’imman guddattoota sababa dhibee Daranyoo Sombaan du’aa turan % 67 hir’isuun… Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Hojii Dhibee Daranyoo Sombaa Ittisuu hojjetameen daa'imman guddattoota sababa dhibichaan du'aa turan % 67 hir'isuun danda'amuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Idil Addunyaa Chaayinaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 35 darbe Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Kibba Chaayinaatti Konkolaachisaa dhuunfaan tokko konkolaataa qabatee bakka namoonni hedduun walitti qabamanii turan Istaadiyeemii Zuuhayi keessa lixuu…
Ispoortii Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii 3 keessa tokko taate Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii badhaasa bara Faranjootaa 2024'f kaadhimaman sadi keessaa tokko ta'uu Federeeshiniin…
Oduu biyya keessaa Hariiroo tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf ni hojjenna – Dooktar… Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Hariiroo tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 30 ol Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan… Sifen Megersa Nov 12, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 30 ol Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibseera.…