Caasaaleen Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Jaarmiyaalee Dubartootaa Oromiyaa galaa qopheessaa turan Raayyaa Ittisaaf laataa jiru jedhame Read more
Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 26 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuun eegalame Read more
Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeesseen labsiiwwwan garaagaraa raggaasiise Read more
Dooktar Warqinaa Gabayyoo Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammada waliin mari’atan Read more
Balaawwan qaqqaban dandamachuu fi deebii laachuuf qophiin dandeessisu xumurame – Obbo Dammaqaa Makonniin Read more
Gareen shororkeessaa ABUT Ejansii dhiyeessa qorichaa damee Dasseetii qorichoota Birrii biiliyoona 2.6 saamuu fi barbadeessuu ibsame Read more
Kaasaagiitaatti utubaalee sarara elektirikaa meeshaalee waraanaan rakutamuun kufan hojiin deebisaanii dhaabuu xumuramuu ibsame Read more
Biyya midhaan nyaataan of dandeeche uumuuf misooma sululaa fi eeggumsa naannoof xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Ministeera Qonnaa Read more