Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Raabsa Humna Elektirikaa Waraabee eegalame Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde Mufaariyaat Kaamil Godina Silxeetti Ijaarsa Buufata Raabsa Humna Elektirikaa Waraabee…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaa Zuwaay Dugdaa Aramaa Bocee Hara Dambal qulqulleessan Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa gandoota 4 irraa walitti babba’an Arama Bocee Hara Dambal duulaan qululleessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisii fi Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamu Proojektii Wancii Dandii daawwate Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaayiin…
Idil Addunyaa Duulli Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufe Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Duulli addaa Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufuu ibsameera. Har’as dhoo’insi olaanaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee haala rakkisaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Saa’uud…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Ministir Deetaa ministira Alaa Noorweey Dooktar Heeniriik Tuuniin… Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Tattaaffiin hawaasni idil addunyaa yakka gareen Shororkeessaa ABUT raawwate golguuf taasiisu walitti bu’iinsicha karaa nagaan furuuf hin…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabnu cimsinee itti fufuu ni barbaanna – Seenaatar Federeeshinii… Sifen Megersa Feb 24, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar jila Federeeshinii Raashiyaa Seenaatara Ayigoor Mooroozooviin durfamuun waliin…
Oduu biyya keessaa Miidhaa Shaneen ummatarraan ga’aa jiru hambisuuf hojjetamaa jira – Komishinii Poolisii… Sifen Megersa Feb 24, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Miidhaa gareen Shororkeessaa Shanee ummatarraan ga'aa jiru hambisuuf hojjechaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Oromiya beeksiise. Qaamoleen…
Idil Addunyaa Raashiyaan dhaabbilee waraanaa Yuukreen 70 ol barbadeessuu ibsite Sifen Megersa Feb 24, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Raashiyaan dhaabbilee waraanaa Yuukreen 70 ol barbadeessuu ifoomsite. Mooskoon dhaabbilee ajaje humna qilleensaa 11 dabalatee dhaabbilee waraanaa…
Biiznasii Mi’eessituuwwan akaakuun 4 fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaatti makaman Sifen Megersa Feb 24, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Dinbilaalli, Sunqoo, Qundoo Barbareen, Maxaaffanni Gurraachi fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaa Oomisha Gabaa Ityoophiyaatti…