Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giift duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Mana Barumsaa Agartu dhabeeyyii Sheeyikaa Faaxumaa Biin Mabruukitti maaddii qoodan Read more
Ayyaanni yaadannoo dhalachuu Yeesuus Kiristoos hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti kabajamaa jira Read more
Ayyaanicha Jaalala, araara, walii yaaduu fi tokkummaa cimsachuun kabajachuu qabna – Luba Oftaanaa Badhaasaa Read more
Daandiin asfaaltii Finfinnee irraa gara Kaaba biyyattiitti geessu caccabuun hawaasa komachiise Read more
Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii uffachuun gufuuwwan utuu hinsodaanne cichoominaan dhaabachuu gaafata – Leetinaal Jeneraal Shuumaa Abdataa Read more