Fayyaa Hospiitaala Laaftoo tajaajilaaf baname Yonatan Birhanu May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad hospitaala Laaftoo eebbisuun tajaajila eegalchiisaniiru. Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Ispoortii Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe Yonatan Birhanu May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera. Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon Hundee Sirni Mootummaa Keenya Ittiin Cimuudha – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad filannoon walii-galaa baranaa hundee sirni mootummaa keenya itti cimu fi itti jabaatudha jedhan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni bu’uuraalee misoomaan dhufe caalaatti hojjechuuf kan nukakaasuu dha –… Yonatan Birhanu May 24, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC) - Baroota jijjiiramaa keessa hojiiwwan gama bu'uuraalee misoomaan hojjetamaniin bu'aan argame kan nama gaabbisiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Dooktar…
Idil Addunyaa Maree jajjabeessaa Ameerikaa fi Iraan giddutti eegalame Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC)- Yaada maree araaraa Ameerikaa fi Iraan gidduutti geggeeffamuuf dhiyaate irratti adeemsawwan abdachiisoon gama lachuun akka mul'achaa jiru jette Paakistaan.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddu-galli Qonna Qindaa’aa ijaarame tajaajilaaf baname Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee , Caamsaa 15, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddugalli Qonna Qindaa'aa lafa hektaara 3 irratti ijaarame tajaajilaaf banameera. Giddugalicha…
Oduu biyya keessaa Inniisheetiiviin misooma beelladaa rakkoo dinagdee uummatichaa bu’uurarraa furuun akka… Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC ) - Inniisheetiiviin misooma beelladaa qonnaan bulaan hojiirra oolchaa jiru rakkoo dinagdee uummatichaa bu'uurarraa furuun akka danda'amu mirkaneesseera…
Idil Addunyaa Sa’aatii 24 keessatti dooniiwwan 25 Ulaa Hormuz keessa dabran – Iraan Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Humni Eegduu Warraaqsaa Iraan sa'aatii 24 dabran keessatti dooniiwwan daldalaa 25 Ulaa Hormuz keessa darbuu beeksise. Humni Galaanaa Eegdichaa akka…
Ispoortii Nikoo Oraayiliin badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifate Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Taphataan lammii Ingilaandi kilaba Maanchistar Siitii Nikoo Oraayilii badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifateera.…
Oduu biyya keessaa Raayyaa loogiiirraa bilisa ta’ee fi naamusa Loltummaa qabutu ijaaramaa Jira –… Yonatan Birhanu May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC)- Ajajaan Waliigalaa Poolisii Federaalaa Komiishinarri Jeneraalaa Damallaash Gabra-Mikaa'el, Raayyaan ilaalchaa fi caasaan loogii irraa bilisoomee ijaaramaa…