Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufuun lubbuun namootaa 27 darbeera.
Balichaan Daa’imman 25 dabalatee lubbuun namoota 27 kan darbe yoo ta’uu namoota 170 irra miidhaan qaqqabeera.
Humni qilleensaa biyyattii akka beeksisetti xiyyaarri kufe kun shaakalarra kan ture ta’uu Rooyitarsi gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.