Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa tajjabdoota biyya keessaa Filannoo biyyaalessaa 7ffaa taajjaban 45’f beekamtii kenneera.
Taajjabdoota ugaalaa barbaachisu guutan 45’f beekamtii kennuu beeksiseera.
Boordichi adeemsa galmee taajjabdootaa si’ataa, gurmaa’insa odeeffannoo ammayyeessuuf leenjii hubannoo cimsuu Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabaniif kennuun kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.