Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegale
By
Tsehay Guluma
on April 27, 2024
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegaleera.
Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni bulchiinsa magaalichaa bakka argamanitti raawwiin hojii kurmaana 3ffaa gamaaggamaa jira.
Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Akkuma loltuun daangaa biyyaa tiksu, qaaxxeefi olola sobaa qolachuun dantaa biyyaalessaa eeguun gahee miidiyaa olaanaadha – Obbo Hayiluu Addunyaa
Obbo Tamasgeen Xurunaan Dhaabbata Barnootaa Olaanaa Mana Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa Iikuustaa Magaalaa Shaggar Naannoo Labuutti argamu daawwatan
Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Addisuu Araggaa
Duudhaalee Sirna Gadaa tiksuun dhalootaaf dabarsuun nageenyaa fi misooma biyyaaf murteessaadha – Inistityuutii Qorannoo Oromoo
Damee beeyladaarraa bu’aan barbaadamu akka argamuuf qorannoon deeggaramuun hojjetamaa jira
Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan Amajjii 15 – 19, 2018tti kabajama
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Comments
(0)
Add Comment